Kabajamtoota tajaajila paaspoortii barbaaddan hundaaf! e-Paaspoortii argachuuf marsarittii www.immigration.gov.et kana irratti galmaa’uun tajaajila paaspoortii elektirooniksii idilee argachuu dandeessu!
Finfinnee dabalatee dameewwan 23 hunda keessatti tajaajila ni argattu.
Tajaajila Immigireeshinii fi Lammummaa
Itoophiyaa, namni hundi itti beekammu!
Odeeffannoo Dabalataaf
Telegram: https://t.me/ICS_Ethiopia
Facebook: https://www.facebook.com/ICSEthiopia
Twitter: https://twitter.com/ics_ethiopia
TikTok: https://www.tiktok.com/@ics_ethiopia
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/icsethiopia
YouTube: https://www.youtube.com/@Ics_Ethiopia
Instagram: https://www.instagram.com/icsethiopia/
